Seenaa

classic Classic list List threaded Threaded
2 messages Options
Reply | Threaded
Open this post in threaded view
|

Seenaa

Seenaa mataa kootii
YEROON SAA DUKKANA
Gumaata Koo kana anaaf kudhaammadhaa!!!!!++++++++++++++++++++++++++++++++++++⭕Nama Dhugan Nama Jaalatu Itti Boonuun Doofummadha⭕Hiriyaa Nama Walin Hin Turref Oonne Ofi Kennun Wallalumadha⭕Jaalalli Kan Oonneti Jibbi Garuu Kan Garaati⭕Akkuma Jaalalli Jiru Jibbis Jira Waan Ta'ef Iccitii Yeroo Jaalala Hasa'an Yeroo Jibba Haasa'un Wallaalumadha⭕Carraan Buddena Si Nyachisa Malee Beeka Sin Taasisu, Beeka Ta'uf Dubbisutu Barbaachisa⭕Dubbatteef Beeka Hin Taatu, Calliftefis Hin Wallaaltu⭕Qabaattef Du'a Hin Haftu Hiyyomteefis Hin Duutu⭕Nama Jaalachuu Kee Malee Namaan JaalatamuKee Shakki!⭕Jaalalan Osoo Hin Qabamin Dura Eenyuun Akka Jaalattuf Maalif Akka Jalattu Dursi beeki!⭕Dhabe Jette Hin Gaddin Bori Argata Yoo Abdi Qabate, Argadhe Jettes Hin Koorin Bori Dhabunis ni Mala⭕Kaayyoo Kee Hin Dagatiin Waada Kees Kabaji Obsi Obsan Aanan Goromsa Dhugan!⭕Nama Walin Jirtu Fuudhurra Nama Wal Malee Jirachuu Hin Dandenyee Fuudhutu Caala!⭕Namni Obsa Qabuuf Mukti Firii Qabu Gad Jedha⭕Wanti Bareedu Hundi Gaari Miti,Wanti Gaariin Hundi Garuu Bareedadha!Dubbisuu,waliifhiruu keessaniif Galata Oromummaa na biraa keewwattanii jirtu!
Reply | Threaded
Open this post in threaded view
|

Re: Seenaa

TheSuss
Administrator
Sorry, I don't understand...

N.nu manual - manual.n.nu

CSS och Designhjälp - webb.susscreations.se